
GERD is a Symbol of Unity, Resilience, Sacrifice, Commitment, and Achievement for all Ethiopians. We will rise up and accomplish it!
The purpose of the project
Minnesota-Midwest Support is started by US citizens of Ethiopian origin in order to:
Share information on Grand Ethiopian Renaissance Dam (GERD)
Create awareness among US Citizens of Ethiopian origin and friends of Ethiopia on the current issues surrounding the GERD
Stand in solidarity with Ethiopia in the effort to construct the dam and lift its people out of poverty and darkness
Raise funds to support the construction of the dam
Donate Minnesota-Midwest GERD Support
Minnesota Midwest Support Group gives an interview on the Grand Ethiopian Renaissance Dam.
Why GERD?
Grand Ethiopian Renaissance Dam Construction was started in response to dire needs of national development to lift up its people out of poverty. The Dam construction started in 2011 in keeping with the UN conventions on equitable use of the Nile water.
ይህንን ድህረ ገፅ የምትጎበኙና ስለ ኢትዮጵያ ሰላምና ዕድገት ለምትጸልዩ ሁሉ፣
በያላችሁበት የእግዚአብሔር የአምላካችን ሰላምና ጸጋ ይብዛላችሁ።
ያለንበት ወቅት ብዙ ችግርና መከራ የበዛበት፣ ድንበር ዘለል ፈጣንና አደገኛ ተህዋስ (COVID 19) የአለምን ሕዝቦች የመኖር ዋስትና የተፈታተነበት፣ ከ60 ሚሊዮን ሰራተኞች በላይ ስራ ያሳጣበት ፋብርካዎችና እንዱስትሪዎች እንዲዘጉ የተደረገበት፣ የአንበጣ መንጋ የተዘራውን ሰብል በማውደም በማደግ ላይ ባሉ ሀገሮች ሕዝቦች ላይ የረሃብ ስጋት እንዲወድቅባቸው ባደረገበት ጊዜ ላይ እንገኛለን።
ኢትዮጵያውያን በሚያስገርም መረባረብ ጎረቤቶቻቸው እንዳይጎዱ ባላቸው ገንዘብና ቁሳቁስ ሁሉ ሳይጠባበቁ አቅም በፈቀደ መጠን እርዳታ እያደረጉ ይገኛሉ። ስለ በጎ ሃሳባችሁና ስለ መልካም ልግስናችሁ እግዚአብሔር አምላካችን ከማያልቀው ጸጋውና በረከቱ አብዝቶና አትረፍርፎ ይስጣችሁ።
በዚሁ መንፈስ አባይን ለመከላከልና ተገንበቶ እንዲያልቅ በሚደረገው በመጨረሻ ምዕራፍ ስራ እንደገና እንድንረባረብና እንድንተባበር የከበረ ጥሪ አቀርባለሁ።
የኢትዮጵያ መልካም አምባሳደሮች በመሆን ስለ በጎነቷ፣ ስለቸርነቷ፣ ስለእንግዳ ተቀባይነቷ፣ ስለጥንታዊ ታርኳ ስለጠንካራ ልጆቿ መናገርን ላፍታም ችላ ልንል አይገባም።
ታላቁ የኢትዮጵያ ህዳሴ ግድብ ዓላማው ማንንም ለመጉዳት ሳይሆን ድሕነትን ከኢትዮጵያውያን ላይ ለመግፈፍ፣ የኤሌክትሪክ መብራት በማጣት በጨለማ የሚኖሩትን ወገኖቻችንን ብርሃን እንዲያገኙ ለማድርግና እርሻዎቻችን በዘመናዊ ቴክኖሎጂ ተሻሽለው ረሃብን ለማስወገድ ብዙ እንዲያመርቱ ለማድረግ እንደሆነ ባለማሰለስ ማስረዳትና ማብራራት ይጠበቅብናል።
የግድቡ የመጨረሻ የግንባታ ስራ እንዲጠናቀቅ በዚያች ምድር የተወለደ/የተወለደች ኢትዮጵያዊና ኢትዮጵያዊት ሁሉ የገንዘብ መዋጮ በበጎ ፈቃድና በልግስና በመስጠት ቆርጠን መነሳታችን ብቻ ሳይሆን አንድነታችንና ጽናታችንን እንድናስመስክር የአክብሮት ጥሪ እናቀርባለን። የገንዘብ መዋጮ የሚደረግበትን ጊዜ በመገናኛ ብዙሃን በቅርብ የሚንገልጽላችሁ መሆኑን እያሳ ወቅን ለአገራዊ ጥሪ ለሚታደረጉት መልካም ምላሽ ሁሉ ከወዲሁ ከልብ እናመሰግናለን።
ኢትዮጵያ መከራዋ ያሳስበናል፣ የሰላም እጦቷ ያስጨንቀናል፣ እድገቷ ያስደስተናል
ለታሪክ የሚተርፍ ከእኛ በሗላ የሚመጣውን ትውልድ የሚያሳርፍ ስራ እንስራ።
የMinnesota-Midwest GERD Support
ቀሲስ ፍራንሲስ እስጢፋኖስ
ሊቀ መንበር።
Caamsaa, 26/2020
Fuula Kanatti Kan Dhuftan, Guddina fi Nagaa Itiyoophiyaaf Kan Waaqayyoon Kadhattan Hundaaf:
Lafa jirtanitti nagaan fi ayyaanni Waaqayyo, Waaqa keenyaa isiniif habaayyatu.
Yeroon nuti amma keessa jiru kun rakkini fi dhiphinni kan itti baayyate, dangaa kan hin’eegne dhukkubi tokko irraa tokkotti utaalee darbu (COVID 19) kan jedhamu namooti biyya lafa jiraachuu dhaaf wabii kan dhowate, (kan hinqabne), namooti hojjetanii bulan mili’ooni 60 oli hojii kan dhabsiisee, faabrikoonni dhaaboti mi’a jirrenyaa omishan kan cufaman; hoomaan awaannisaa minaan qotame balleesse, akka hintaane godhee, namoota yks saba biyyota guddataa jiranii beela irra fi yaaddo keessa yeroo buuse keessa jirra.
Lammiiwan Itiyoophiyaa ofiin kaka’anii ollooti isaanii warri gargaarsi isaan barbaachisu akka hin’miidhamne hamma danda’ameef waan qaban irraa ittiin birmmachuun gargaaraa jiru. Waan qajeelaa fi gaarii gootan hundumaaf Waaqayyo Waaqii keenya eebba Isaa isa dhuma hinqbane irraa isiniif hakennu.
Akkasumas Bishaan Abbayyaa Kuusuu irratti ijaarsi isaa akka xumuramu, dhuma akka ga’uu akka waliin taane birmmannu waamicha ulfinaan isinii godha.
Itiyoophiyaa iddoo bu’oota (ambaasaadaroota) taanee waa’ee gaarumma ishee, waa’ee arjummaa ishee, keessumoota simachuu ishee, waa’ee seenaa ishee duri fi jabina Ijoollee ishee dubbachuu al’tokko’llee gab jechuun hafuura fudhachuun nu irra hinjiru.
Kuusaan Bishaani Hidaasee Inni Guddichi akeeki isaa eenyuun’iyyuu miidhuuf utuu hinta’in iyyuma saba Itiyoophiyaa irraa buusuu, ibsaa elektirikii dhabuudhaan warra dukana keessa jiraatan lammiin keenya ifa akka argatan gochuu fi technology baraatti dhimma ba’uun beela balleessuf qonnaa qotani baayyisanii argatan (sassaabbatan) ta’uusaa warra hingalleefi ibsuutu nu irraa eegama.
Ijaarsi kuusaa bishaanichaa inni xumuraa akka raawwatuuf biyya sanatti kan dhalanne lammiin Itiyoophiyaa, dhiirri/dubartiin hundi horii barbaachisu buusuuf, gumaachuuf ka’uu duwwaa utuu hinta’in tokkumma keenyatti cimoo akka taane akka dhugoomsinu waamiccha isini goona. Yeroo yks guyaa horiin itti sassaabamu dhi’ootti karaa odu-dabarsa hawaasaa (social media) akka isin beeksisnu isin hubachiisaa biyya keessaniif deebii yks birmannaa gootaniif itti daballee isin galateeffanna.
Itoyoophiyaan rakkoon ishee nu yaaddessa, nagaa dhabuun ishee nudhiphisa, guddinni ishee nu gammachiisa. Seenaaf kan ta’u nu booddeen kan dhufuu dhaloota kan aara galffachiisu hojii haa’hojjennu!
Deggersa Minnesota-Midwest GERD
Luba Francis Estifanos
Dura Ta’aa
